Wal-ga’ii Hafuuraa Kan Du’aa Ka’uu Gooftaa Keenya Yasuus Kristoos Kan Bara 2009Caamsaa 10 - 12, 2009 Waldaa Kiristiyaana Oromoo Toronto “ILAA HOLICHA WAAQAYYOO, ISA CUBBUU BIYYA LAFAA IRRAA FUUDHU!” (wangeela Yohannis 1:29)” Keessummaan, Barsiisu: Luba Mezegebu Tucho fi Faarfataan: Kamiso Boru Jimaata fi Sanbata duraa Saganta kan WALGA’II HAFUURAA yammu ta'u, Sanbata guddaa immo saganta dhabbataa itti fuffee lalaban kan nu tajajillu Luba Mezegebu Tucho fi Faarfataan: Kamiso Boru ti. WKOT Kabajan Irratti Argamuun Akka Hirmaattan Waamicha Isniif Dhiheessa
|
The Oromo Christian Church of Toronto
Welcome to The Oromo Christian Chuch of Toronto online. We encourage you to browse this website and find out who we are, our vision, our faith, services we offer at our church and ministerial offices available to all members of our congregation. Moreover, we encourage you to benefit from our online Oromo gospel songs and other Christian resources.
|
|
| Contact Us | ©2009 Oromo Christian Church Toronto |